Scarica Happymod App
Ottenere Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu Mod APK ultima versione
Quasi 120 anni dopo la traduzione della bibbia in Afan Oromo di Onesmus Nesib e la prima carta stampata di Afaan Oromoo su carta, il modo in cui la gente legge la Sacra Bibbia cambia radicalmente. Ora un giorno, quasi tutti usano dispositivi mobili per leggere la Bibbia. Prendendo in considerazione questo fatto, offriamo questa app Bibbia alla moda per il tuo dispositivo Android. Installa sul tuo dispositivo Android e portala con te ovunque tu vada e goditi la tua bibbia!
Dio ti benedica!
Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatu godhe.
Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (età digitale) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbisuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (dispositivo mobile) tti fayyadamu.
Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTII OROMOO WANGEELAA AWUROOPPAA (UNIONE DI OROMO CHIESE EVANGELICHE D'EUROPA, UOECE) Applikeeshinii Andriod Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbistoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiyeessinu gammachuu guddaatu nutti dhagaa'ama.
Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee:
- Luqqisii Guyyaa
- Radio Warra Wangeelaa
- Walaloo Faarfannoota Afaan Oromoo
- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u
- Baafata Luqqisii fi kkf
Fayyadamuu dhaan akka itti eebbifamtan abdii qabna.
Waaqayyo isin haa Eebbisu!
Rev. Dr. Tasgara Hirpo
Robsan Mako
Robba Muleta
Categoria
Ultima versione
1.0.2
Aggiornato il
2023-02-24
Caricato da
Robsan Mako
Richiede Android
4.0.3 and up
1.Valutare
2.Commento
3.Nome
4.E-mail